Seminaara hiika Macaafa Qulqulluu-- Efesoon 2:1-10 Fakkenya 1
Seminaarri hiikaa Macaafa Qulqulluu fakkeeenya tokko profeesera sooroma ba'an, Dr. Bob Utleytiin. Vidiyoon daqiiqaa 33 fi ilalaamu kun Efesoon 2:1-10 fakkeenya godhachuun akkaata yaada hiika Macaafa Qulqulluu akkaata seerluga-seenaa bu'uura taasifachuun Doktor Bob Utleyetiin kan dhiyaate yeroo ta'u ibsituu isaa isa "Macaafa Qulqulluu hubachuu ni dandeessa" jedhu qajeelfama qo'annoo irratti faayidaa irra ooleera. |