Seminaara hiika Macaafa Qulqulluu -- Barnoota 6

Seminaarri hiikaa Macaafa Qulqulluu barnootin 6 profeesera sooroma ba'an, Dr. Bob Utleytiin. kun "Macaafa Qulqulluu hubachuu ni dandeessu" kan jedhan vidiyoo walitti fufiinsa qban 13 keessa isa jahaffaa dha. Barnootin 6 mataduree kanatti aanannii jiran of keessatti qabatee jira. AKKAATAA SEERLUGA SEENAA—a. seenaasaa fi akkaata isaa, b. barnoota warra Antsookiyaa isa arkisaa ta'e, c. bu'uura barnoota amantii isa dhugaa akka ta'etti fudhatamu yookaanis dogma isa jedhamu. Vidiyoo daqiiqaa 43 kana keessatti, Dr Utleyiin hiikaaf seenaa fi seerlugatti gargaaramaniiru.

Home