Seminaara hiika Macaafa Qulqulluu -- Barnoota 1

Seminaarri hiikaa Macaafa Qulqulluu barnootin 1 profeesera sooroma ba'an, Dr. Bob Utleytiin. kun "Macaafa Qulqulluu hubachuu ni dandeessu" kan jedhan vidiyoo walitti fufiinsa qban 13 keessa isa jalqabaati. Barnootin 1 mataduree kanatti fufanii jiran ofkeessa qabaata---SEENSA: A. Barbaachisummaa dhuunfaatti Macaafa Qulqulluu qo'achuu, B. Kiristaanonni dhuunfaatti Macaafa Qulqulluu qo'achuu maaliif dhimma akka dhimma dhaban. Vidiyoo daqiiqaa 55 kana keessatti, Dr Utleyiin hiikaaf seenaa fi seerlugatti gargaaramaniiru.

Home