Seminaara hiika Macaafa Qulqulluu -- Roomee 6:1-14 Fakkenya 5
Seminaarri hiikaa Macaafa Qulqulluu fakkeeenya lama profeesera sooroma ba'an, Dr. Bob Utleytiin. Vidiyoon daqiiqaa 31 kun Roomee 6:1-14 fakkeenya godhachuun akkaata yaada hiika Macaafa Qulqulluu akkaata seerluga-seenaa bu'uura taasifachuun Doktor Bob Utleyetiin kan dhiyaate yeroo ta'u ibsituu isaa isa "Macaafa Qulqulluu hubachuu ni dandeessa" jedhu qajeelfama qo'annoo irratti faayidaa irra ooleera. |