Seminaara hiika Macaafa Qulqulluu -- Barnoota 4

Seminaarri hiikaa Macaafa Qulqulluu barnootin 4 profeesera sooroma ba'an, Dr. Bob Utleytiin. kun "Macaafa Qulqulluu hubachuu ni dandeessu" kan jedhan vidiyoo walitti fufiinsa qban 13 keessa isa afraffaa dha. Barnootin 4 mataduree kanatti aanannii jiran of keessatti qabatee jira. Aboo Macaafa Qulqulluu: A. Ibsa tilmaammii duraa isa kan barreessichaa, B. hiika mirkanaa'e barbaachisummaa isaa. Vidiyoo daqiiqaa 45 kana keessatti, Dr Utleyiin hiikaaf seenaa fi seerlugatti gargaaramaniiru.

Home