Seminaara hiika Macaafa Qulqulluu -- Barnoota 5

Seminaarri hiikaa Macaafa Qulqulluu barnootin 5 profeesera sooroma ba'an, Dr. Bob Utleytiin. kun "Macaafa Qulqulluu hubachuu ni dandeessu" kan jedhan vidiyoo walitti fufiinsa qban 13 keessa isa shanaffaa dha. Barnootin 5 mataduree kanatti aanannii jiran of keessatti qabatee jira. ABBAA HIIKE: A. Nuyi haala seenaa keessa jirra, B. fakkeenya muraasa evanjelikal irraa fakkeenya muraasa, C. Maaltu haa ta'u? fi, D. itti gaafatamummaa abbicha hiikee sanaa.Vidiyoo daqiiqaa 47 kana keessatti, Dr Utleyiin hiikaaf seenaa fi seerlugatti gargaaramaniiru.

Home