Seminaara hiika Macaafa Qulqulluu -- Barnoota 2
Seminaarri hiikaa Macaafa Qulqulluu barnootin 2 profeesera sooroma ba'an, Dr. Bob Utleytiin. kun "Macaafa Qulqulluu hubachuu ni dandeessu" kan jedhan vidiyoo walitti fufiinsa qban 13 keessa isa lamaffaati. Barnootin 2 mataduree kanatti fufanii jiran ofkeessa qabaata---SEENSA: C Akkaataa mala qo'annoo Macaafa Qulqulluu isa durii; D. waa'ee seminaarichaa ibsa waliigalaa tokko tokko. MACAAFA QULQULLUU: A. Yaada dursaa kan barreessichaa. B, Daangeffamuu barreessichaa-akkaata seera kaanonii yookiin barreeffamoonni ququllaa'oon ittii madaalamanii fudhataman; C. Inni ofii isaaf dubbata. Vidiyoo daqiiqaa 44 kana keessatti, Dr Utleyiin hiikaaf seenaa fi seerlugatti gargaaramaniiru. |