Seminaara hiika Macaafa Qulqulluu -- Efesoon 2:11-3:13 Fakkenya 2
Seminaarri hiikaa Macaafa Qulqulluu fakkeeenya lama profeesera sooroma ba'an, Dr. Bob Utleytiin. Vidiyoon daqiiqaa 38 kun Efesoon 2:11-3:13 fakkeenya godhachuun akkaata yaada hiika Macaafa Qulqulluu akkaata seerluga-seenaa bu'uura taasifachuun Doktor Bob Utleyetiin kan dhiyaate yeroo ta'u ibsituu isaa isa "Macaafa Qulqulluu hubachuu ni dandeessa" jedhu qajeelfama qo'annoo irratti faayidaa irra ooleera. |