Seminaara hiika Macaafa Qulqulluu -- Roomee 5:12-22 Fakkenya 4
Seminaarri hiikaa Macaafa Qulqulluu fakkeeenya lama profeesera sooroma ba'an, Dr. Bob Utleytiin. Vidiyoon daqiiqaa 32 kun Roomee 5:12-22 fakkeenya godhachuun akkaata yaada hiika Macaafa Qulqulluu akkaata seerluga-seenaa bu'uura taasifachuun Doktor Bob Utleyetiin kan dhiyaate yeroo ta'u ibsituu isaa isa "Macaafa Qulqulluu hubachuu ni dandeessa" jedhu qajeelfama qo'annoo irratti faayidaa irra ooleera. |