Seminaara hiika Macaafa Qulqulluu -- Roomee 6፡15-23 Fakkenya 6

Seminaarri hiikaa Macaafa Qulqulluu fakkeeenya lama profeesera sooroma ba'an, Dr. Bob Utleytiin. Vidiyoon daqiiqaa 31 kun Roomee 6፡15-23 fakkeenya godhachuun akkaata yaada hiika Macaafa Qulqulluu akkaata seerluga-seenaa bu'uura taasifachuun Doktor Bob Utleyetiin kan dhiyaate yeroo ta'u ibsituu isaa isa "Macaafa Qulqulluu hubachuu ni dandeessa" jedhu qajeelfama qo'annoo irratti faayidaa irra ooleera.

Home