Seminaara hiika Macaafa Qulqulluu -- Barnoota 3
Seminaarri hiikaa Macaafa Qulqulluu barnootin 3 profeesera sooroma ba'an, Dr. Bob Utleytiin. kun "Macaafa Qulqulluu hubachuu ni dandeessu" kan jedhan vidiyoo walitti fufiinsa qban 13 keessa isa sadaffaa. Barnootin 3 mataduree kanatti aanannii jiran of keessatti qabatee jira--MACAAFA QULQULLUU: D. Kaayyoo isaa isa bu'uura, E. Barreessaan sun waa'ee Macaafa Qulqulluu tilmaammii inni qabu isa jalqabaa; F. Ragaa uumamaan gararraa ta'e kan Mavaafa Qulqulluu isa karaa geggeeffama Hafuura qulquluu barreeffame fi, G. hiika Macaafa Qulqulluu isa kan keenyaa wajjin walqabatee kan jiru rakkina. Vidiyoo daqiiqaa 53 kana keessatti, Dr Utleyiin hiikaaf seenaa fi seerlugatti gargaaramaniiru. |