Seminaara hiika Macaafa Qulqulluu -- Barnoota 8
Seminaarri hiikaa Macaafa Qulqulluu barnootin 8 profeesera sooroma ba'an, Dr. Bob Utleytiin. kun "Macaafa Qulqulluu hubachuu ni dandeessu" kan jedhan vidiyoo walitti fufiinsa qban 13 keessa isa saddeettaffaa dha. Barnootin 8 mataduree kanatti aanannii jiran of keessatti qabatee jira— AKKAATAA SEERLUGA SEENAA _f. hiikaa gaaffii isaa isa lammaffaa, g. kutaa tokko. Vidiyoo daqiiqaa 50 kana keessatti, Dr Utleyiin hiikaaf seenaa fi seerlugatti gargaaramaniiru. |