Seminaara hiika Macaafa Qulqulluu -- Barnoota 7

Seminaarri hiikaa Macaafa Qulqulluu barnootin 7 profeesera sooroma ba'an, Dr. Bob Utleytiin. kun "Macaafa Qulqulluu hubachuu ni dandeessu" kan jedhan vidiyoo walitti fufiinsa qban 13 keessa isa torbaffaa dha. Barnootin 7 mataduree kanatti aanannii jiran of keessatti qabatee jira. AKKAATAA SEERLUGA SEENAA, d. gaaffiilee hiika isaa fi, e. gaaffiilee hiika isaa isa jalqabaa. Vidiyoo daqiiqaa 42 kana keessatti, Dr Utleyiin hiikaaf seenaa fi seerlugatti gargaaramaniiru.

Home